|
Journalist Abdi Gada |
An Oromo, Ethiopian journalist is missing in Adama. OBS-Oromia
Broadcast Service Television journalist Abdi Gada went missing in Adama,
Ethiopia last Wednesday. His whereabouts is not known yet. His family, friends
and colleagues have been looking for him in all areas of detainees and
prisoners including Ma’ikelawi, and Zeway (Batu). Many of his family, friends
and colleagues believe that Journalist Abdi Gada was kidnapped by Ethiopian
security forces because thousands of Oromo people are missing and have been
arrested in Ethiopia. Journalist Abdi Gada was one among 20 Oromo (Ethiopian)
journalists who were dismissed from the Oromia Radio and Television
Organization in 2014, in a single day.-------------------------------------------------------------------------------------
Gaazeexeessaan TV OBS-Oromia
Broadcast Service, Abdi Gadaa Roobii darbite Adaamatti hojii dhaquuf akka manaa
bahetti achi buuteen isaa dhabameera.
Gaazexeessaan kun, bara 2014 keessa gaazexeessitoota Oromoo 17 dhaabbata
Raadiyoo fi TV Oromiyaa keessaa sababa tokko malee ari’aman keessaa tokko akka
ta’eefi, saaniin booda TV OBS keessa kan hojjataa jiruudha.
Namoonni itti dhiheennaan gaazexeessaa Abdii Gadaa beekanu akka
jedhanitti, “haaluma yeroo ammaa Oromoo irratti raawwamaa jirutti isarrattille
raawwatame jennee shakkina malee, Abdiin waan balleesseefi yakki inni hojjate
hin jiruu; diina biraa itti shakkinulle hin qabnu” jechuun himan. Gabaasa
guutuuf oduu OMN 14.11.2016 caqasaa.
Congratulation for the great post. Those who come to read your Information will find lots of helpful and informative tips. Ethiopian prime minister abiy
ReplyDelete