Thursday, October 27, 2016

“የቆጡን አወርዳለሁ ብላ የብብቱዋን ጣለች!” “Kan babaa fudhadhaarratti kan ukataa gatte”


የፖሊቲካ ነጋዴ “የቆጡን አወርዳለሁ ብላ የብብቱዋን ጣለች!” Daldaltuun siyaasaa,“Kan babaa fudhadhaarratti kan ukataa gatte”

v  ፖሊቲካ  የሃሳብ ንግድና እዉነትን ገብያ አውጥቶ የመሸጥና የመለወጥ ንግድ ነው።
v   ጎበዝ የፖሊቲካ ነጋዴ ሰው የፓሊቲካ ገበያ ሳያጠና  ሸቀጣ ሸቀጦችን ገበያ አያወጣም።
v  አስር ሺህ ብር ያለውና አምስት ሺህ ብር ያሉት ሰዎች አንድ ላይ አይንግዱም፣ ከነገዱም በትርፍ ላይ መጣላታቸው አይቀርም፣ካልተጣሉም የብዙ ብር ገንዘብ ድርሻ ያለው ሰው የባላይነቱ ድርሻ መያዙ ወይምን መሰማቱ አይቀረ ነው!
v  እደሜ ልኩን እየነገደ ሀብታም የማይሆን ነጋዴ ደካማ ነጋዴ ነው! ያልተረዳው ነገር አለ ማለት ነው!
v  የማይተማመኑ ነጋዴዎች አንድ ላይ አይነግዱም፣ ነግር ግን የነጋዴዎች መሃበር ልፍጥሩና ልጠቀሙ ይችላሉ!
v  የሾንኮራ አገዳ የሚነግድ ነጋዴና የእህል ነጋዴ እኩል እይገባበዙም!
v  ሽጉጥ የታጠቀ ነጋዴና ባዶ እጁ ያለ ነጋዴ የንብረቱ ዋስትና እኩል አይደልም!
v  ነጋዴ እየማለ ዋጋውን ሲነግረን  ዋጋ በዕቃው ላይ በግልጽ ካልተጻፈ በስተቀረ በቀላሉ ማመን የለብንም!
v  የሚተማመኑና የሚከባበሩ ነጋዴዎች ባንድ ላይ በነግዱም እምነትና ክብር በመካከላቸው ስላሌ ብዙ ችግር አይመጣም!
v  አንድ አዋቂና አንድ ህጻን ልጅ ነጋዴ አንድ ላይ ብንግዱ የህጻኑ ድርሻ ከመላላክ የዘለለ አይሆንም!
v  በህዝብ ፍላጎት ላይ ተመሰርቶ ሸቀጣ ሸቀጦችን ለገበያ የሚያቀርብ ሰው ሁለም ሃብታም ይሆናል።
v  እህሉን በመጋዘን ውስጥ በማከማቸት ለብዙ ጊዜ አቆይቸ በእጥፍ ዋጋ  እሸጣለሁ በሎ የሚስገበግብ ነጋዴ እህልን የሚያበላሽ ነቀዝ መኖሩም መዘንጋት የለበትም!...

Daldaltuun siyaasaa,“Kan babaa fudhadhaarratti kan ukataa gatte”
  •   Pooletikaan daldala yaadaatiifi dhugaa qaban gabaa baasanee karaa ittiin gurguratanuudha.
  •   Daldalaan poletikaa cimaan gabaa pooletikaa osoo hin qorqoratin  mi’asaa gabaa hin baasu.
  •   Namni birrii kuma 10 qabuufi namni birrii kuma 5 qabu bakka tokkotti hin daldalanu. Yoo daldalanelle bu’arratti woliloluun isaan waan hin oolle. Yoo woliloluu dhabanelle, abbaan birrii guddaa sun olaantummaa qabaachuu yookiin hafuurrii olaantummaa keessatti uumamuun waan hin hafne.
  • Daldalaan umurii isaa guutuu daldalaa hin duroommanne, daldalaa dadhabaadha. Waan hin hubatin qaba jechuudha.
  • Daldaltoonni wal hin amanne woliin daldaluu hin dande’anu, garuu waldaa daldaltootaa woliin uumanee waldaa sanirraa fayyadamuu ni dande’an.
  • Namni shonkooraa dandaluufi namni midhaan daldalu qixxee walhin affeeranu. (nyaachisanu).
  • Daldalaan shugguxii hidhatee jiruufi kan karka duwwaa jiru qabiinni isaanii qixxee wabii hin qabu.
  •  Daldalaan kakachaa gatii mi’aa yoo nutty himu salphatti amanuun nurra hin jiraatu. Gatiin mi’aa ifaafi ifatti irratti barreeffamee hin jiru yoo ta’e.
  • Daldaltoonni walkabajaniifi amantii wolirraa qabannu yoo bakka tokkotti daldalanelle rakkoo hedduu hin fidu.
  • Namni guddaan daldalaa ta’e tokkoofi daa’imni tokko yoo woliin daldalane, gaheen daa’imaa daldala keessatti ergamurra kan darbe hin ta’u…
  •  Daldalaan waan gabaan barbaadurratti mi’aasaa dhiheesse yeroo hundumaa ni durooma.
  • Daldalaan  ila(ija) dheeratu tokko, midhaan gatii gaariin eegadha jedhe midhaan isaa woggaa dheeraaf yoo mankuusatti tuule, qu’een(daana’oon) midhaan nyaattee balleessitulle akka jirtu hubachuu qaba…