|
Ana Gomez photo shopped |
Ethiopian government
pro website starts insulting European Union MP, Ana Gomez by photo shopping her
as dog. Ethiopian government pro website photo shopping her because of she
wrote a letter to European Union about detention of Dr. Merara Gudina and human
and political rights abusing in
Ethiopia. If she is an Ethiopian citizen, it’s for sure ‘Ethiopia’ government
is going to announce that she is a 'terrorist'.
Ana Gomez, member of
the European parliament, wrote a letter to European Union, particularly to High Representative of the Unioin for Foreign
and Security Policy concerning to detention of Dr.Merera Gudina, a former MP
(Member of Parliament) and leader of the Oromo People’s Congress party and violation
of human and political rights in Ethioipa. Dr. Merara was arrested last week in
Addis Ababa upon his arrival from Europe.
Ethiopian Security Forces have robbed his properties like money, computers,
books, notes, etc. from Dr.Meraraa Gudina’s house while they arrested him. His
part’s properties also robbed.
-----------------------------------------------------------------------------------
Toorri interneetii
Woyyaanee miseensaa parlaamaa gamtaa Awuroppaa kan taate Ana Gomez footoo isii
akka sareetti balleessee maxxansseera. Waanuma isiin hidhamuu Dr.Mararaa Guddinaatiifi dhiittaa
mirgoota ilmaan namaatiifi siyaasaa Itoophiyaa keessatti raawwatamaa jiru
dubbatteef akkana godhane. Yoona osoo isiin lammii Itoophiyaa
iteete 'shororkeessituu' jedhaneeraniin.
|
Ana Gomez |
Miseensa paarlaamaa
Awuroppaa kan taate Ana Gomez torbaan dabarte keessa hidhamuu Dr. Mararaa
Guddinaa ilaalchisuudhaan xalayaa Gamtaa Awuroppaa, keessumattuu bakka bu’oota
haajaa alaa fi dhimma nageenya Gamtaa Awuroppaa tti xalayaa bareessite. Xalayaa
Ana Gomez barreesite kun, dabalata hidhamuu DR. Mararaa Guddinaa irratti,
haalaa dhiitta mirgoota ilmaan namaatiifi kan dimookiraasiille ilaalchisuun
xalayaa barreessite.
Dr. Mararaa Guddina
Magaalaa Finfinneetti akkuma Awuroppaa irraa deebi’aniin qabamanee hidhamane.
Qabeenni Dr. Mararaa Guddina maallaqani, kompiitarri, kitaabonni,
yaadannoowwaan barreeffamaa isaaniitiifi qabeenni paartii isaaniille Woyyaaneen
jalaa saamameera.