Tuesday, February 14, 2017

Ibidda rafe huubni to'achuu kajeele/ የተኛው እሳት ገለባ ልቆጣጠር ፈለገ

Qe’ee addurreen hin jirre, hantuunni xarapheezzaa yaabdee sirbiti/ ድመት ያልዋለበት ቤት አይጥ ወንበር ላይ ወጥቶ ይጨፍራል

የከሰረና ፖሊትካ ጃማሪ በኦሮሞ  ለምን ‘practice’ ይወጣል? ዶ/ር ፍስሃ እሼቱም ሁለተኛ ዶ/ር ሃይሌ ላሬቦ ሆነው ብቅ ብሏል…“አዲስ አበባ የአማራ እንጂ የኦሮሞ አይደለም” ዶ/ር ፍስሃ እሸቱ። ድመት ያልዋለበት ቤት አይጥ ወንበር ላይ ወጥቶ ይጨፍራል ይላል የስዊድን ተረት!


Kan kasaareefi jalqabaan siyaasaa Oromoorratti shaakalaa? Dr. Fissaha Isheetuu namni jedhamu akkuma Dr. Haayilee Laareeboo tuffii Oromoof qabu dubbateera. Keessattuu, “Finfinneen Kan Amaaraati malee kan Oromootii miti” jedheera. Ibidda rafe huubni to’achuu kajeele dhiiro. Qe’ee addurreen hin jirre, hantuunni xarapheezzaa yaabdee sirbiti jedha mammaaksi warra Sweden….  

Friday, February 10, 2017

My Freedom Letter book:kitaaba Kiyyaa Xalayaa Bilisummaa: “የነጻነት ደብዳቤ” የምለው መጽሃፌ


This is my book “Freedom Letter” on internet, which was published in 2015. It was written in three languages: Afaan Oromoo, Amharic, and English. I couldn’t publish it in mass, as well as distribute to Ethiopia and many different countries, but many people are asking me about it. On the other hand, many issues that I raised in my book last time are becoming to Ethiopian current issues. Therefore, I have uploaded the “Freedom Letter” on the Internet.  Click this link to find the entire contents of the Freedom Letter Book: 
https://drive.google.com/file/d/0B6IRIm0YNvRMMlU4S1JvUUdOeGM/view

 Kun kitaaba Kiyyaa “Xalayaa Bilisummaa” afaan sadiin: Afaan Oromoo, Afaan Amaaraatiifi Afaan Ingiliziitiin barreessee waggaa lama dura maxxanseedha. Kitaaba kana, namoonni hedduunis waan na gaafachaa jirtaniif, akkasuma dhimmoonni ani keessatti barreesse hedduun yeroo amma haala wayitawaa ammaa ta’aa waan jiraniif PDF dhaan online interneetii irratti gadi dhiiseera. Kitaaba guutuu argachuuf qunnamsiistuu ykn liinkii kana tuqa: https://drive.google.com/file/d/0B6IRIm0YNvRMMlU4S1JvUUdOeGM/view
https://drive.google.com/file/d/0B6IRIm0YNvRMMlU4S1JvUUdOeGM/view

ይህ ከሁለት ዓመት በፊት በሶስት ቋንቋ ማለትም በኦሮምኛ፣ በአማሪኛና በእንግሊዘኛ ያሳተምኩት “የነጻነት ደብዳቤ” የምለው መጽሃፌ ነው። በመጽሃፌ ውስጥ የጠቀስካቸው ብዙ ነገሮች አሁን ወቅታዊ ሁኔታ እየሆኑ ናቸው። ፕ/ር ሃይሌ ላሬቦ በቅርብ ጊዜ ያመጣ አስቂኝ ታሪክና የመሰሎቹ ኋለ ቀር ምኞት እንድሁም በኢትዮጵያ ጥላ ስር የምቆመር ቁማሪ እንዳልቀረና መቅረት እንዳለበት እንስቻለሁኝ። መጽሃፉን ለብዙ ጠያቂዎች ለማድረስ ስላልቻልኩ በፕድኤፍ መልኩ በእንቴርኔት ላይ ለቅቻለሁኝ።
https://drive.google.com/file/d/0B6IRIm0YNvRMMlU4S1JvUUdOeGM/view