Tuesday, November 15, 2016

An Oromo, Ethiopian journalist missed in Adama/Gazexeessaa Abdii Gadaa achi buuteen dhabame.


Journalist Abdi Gada

An Oromo, Ethiopian journalist is missing in Adama. OBS-Oromia Broadcast Service Television journalist Abdi Gada went missing in Adama, Ethiopia last Wednesday. His whereabouts is not known yet. His family, friends and colleagues have been looking for him in all areas of detainees and prisoners including Ma’ikelawi, and Zeway (Batu). Many of his family, friends and colleagues believe that Journalist Abdi Gada was kidnapped by Ethiopian security forces because thousands of Oromo people are missing and have been arrested in Ethiopia. Journalist Abdi Gada was one among 20 Oromo (Ethiopian) journalists who were dismissed from the Oromia Radio and Television Organization in 2014, in a single day.------------------------------------------------------------------------------------- Gaazeexeessaan  TV OBS-Oromia Broadcast Service, Abdi Gadaa Roobii darbite Adaamatti hojii dhaquuf akka manaa bahetti achi buuteen isaa dhabameera.  Gaazexeessaan kun, bara 2014 keessa gaazexeessitoota Oromoo 17 dhaabbata Raadiyoo fi TV Oromiyaa keessaa sababa tokko malee ari’aman keessaa tokko akka ta’eefi, saaniin booda TV OBS keessa kan hojjataa jiruudha.

Namoonni itti dhiheennaan gaazexeessaa Abdii Gadaa beekanu akka jedhanitti, “haaluma yeroo ammaa Oromoo irratti raawwamaa jirutti isarrattille raawwatame jennee shakkina malee, Abdiin waan balleesseefi yakki inni hojjate hin jiruu; diina biraa itti shakkinulle hin qabnu” jechuun himan. Gabaasa guutuuf oduu OMN 14.11.2016 caqasaa. 

1 comment:

  1. Congratulation for the great post. Those who come to read your Information will find lots of helpful and informative tips. Ethiopian prime minister abiy

    ReplyDelete